Ulee bofan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu Ijoollee Oromo ka'u nurra jira , maali fi yoo jeenee ? Ijoolleeni kani haati gabaa deemtee fi , kani haati duutee qiixee bowwu . Democracy duwwa otoo hin taanee , lafa Oromo nurra fudhatee . yoo amma borutti eegnee lafa Oromo qurxii dha hin arginuu . Waayyaaneen amma sanqaalaa ciirfaatee nurra kaka dha hin deebituu . holii murrteeo gaddi murrtee warra feete keenitti. Raayaana Azeboo lafa Oromo Tigray keenani keenya lafti akka dhadhaatti baaqa turee bulle tti xinaata . Amma WAAYYAANEEN aangoo gubba jirtutti eeguun gowwummaadha. Ilmoon bineensaa bineenisummaa. Nutti sanyii gara guutaan uudu keessa dhitaan mitti . Nutti fuggaa mitti nutti garbaa mitti nutti raatu mitti . Nutti sanyii cuunfaa dammatti . Seera namni akka Oromo kabaaju hin jiru yoo wani fe'ee ta'ee Waayyaaneen kani akka okkootee raafu danfituu nuu bullichaa ree ? Amma yoomitti harkan ookkoo (opdo) qabataan nuu bullchuu .Waayyaaneen kani waggaa 22 kani turtee dhissi halkan tokko kani turu irraa jiru mitti.kanaafuu ulee bofaan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu . yaa ijoollee Oromo otoo hundeen diina lafa keessa gaddi hin fagaattin buqiisuu nura jira malee kuni dhaala fi dhaalotaa har'a borru iftaan hin toluu. Ormaa tti garagaalii haloofkaadhu firra tti gargaalii liqiimssi . Akka ormii hin argnee akka tti haloofkaatu malee liqiimssituu. Nutti saa'a mitti kani hookisaan heelmaan. Ummata Oromo kiyoo diina keessa baassu nurra jira malee rafuun nurra hin jiru . Ummatin Oromo waani itti ka'ee fu . Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMMACHAA(BUBBLES) HARKANI QABACHAA JIRU . Diina OROMO ya'ii bookee taassifnaa .Oromon haa bilisomuu
Saturday, October 19, 2013

Subscribe to:
Posts (Atom)