Ulee bofan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu Ijoollee Oromo ka'u nurra jira , maali fi yoo jeenee ? Ijoolleeni kani haati gabaa deemtee fi , kani haati duutee qiixee bowwu . Democracy duwwa otoo hin taanee , lafa Oromo nurra fudhatee . yoo amma borutti eegnee lafa Oromo qurxii dha hin arginuu . Waayyaaneen amma sanqaalaa ciirfaatee nurra kaka dha hin deebituu . holii murrteeo gaddi murrtee warra feete keenitti. Raayaana Azeboo lafa Oromo Tigray keenani keenya lafti akka dhadhaatti baaqa turee bulle tti xinaata . Amma WAAYYAANEEN aangoo gubba jirtutti eeguun gowwummaadha. Ilmoon bineensaa bineenisummaa. Nutti sanyii gara guutaan uudu keessa dhitaan mitti . Nutti fuggaa mitti nutti garbaa mitti nutti raatu mitti . Nutti sanyii cuunfaa dammatti . Seera namni akka Oromo kabaaju hin jiru yoo wani fe'ee ta'ee Waayyaaneen kani akka okkootee raafu danfituu nuu bullichaa ree ? Amma yoomitti harkan ookkoo (opdo) qabataan nuu bullchuu .Waayyaaneen kani waggaa 22 kani turtee dhissi halkan tokko kani turu irraa jiru mitti.kanaafuu ulee bofaan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu . yaa ijoollee Oromo otoo hundeen diina lafa keessa gaddi hin fagaattin buqiisuu nura jira malee kuni dhaala fi dhaalotaa har'a borru iftaan hin toluu. Ormaa tti garagaalii haloofkaadhu firra tti gargaalii liqiimssi . Akka ormii hin argnee akka tti haloofkaatu malee liqiimssituu. Nutti saa'a mitti kani hookisaan heelmaan. Ummata Oromo kiyoo diina keessa baassu nurra jira malee rafuun nurra hin jiru . Ummatin Oromo waani itti ka'ee fu . Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMMACHAA(BUBBLES) HARKANI QABACHAA JIRU . Diina OROMO ya'ii bookee taassifnaa .Oromon haa bilisomuu
Saturday, October 19, 2013
Ulee bofan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu Ijoollee Oromo ka'u nurra jira , maali fi yoo jeenee ? Ijoolleeni kani haati gabaa deemtee fi , kani haati duutee qiixee bowwu . Democracy duwwa otoo hin taanee , lafa Oromo nurra fudhatee . yoo amma borutti eegnee lafa Oromo qurxii dha hin arginuu . Waayyaaneen amma sanqaalaa ciirfaatee nurra kaka dha hin deebituu . holii murrteeo gaddi murrtee warra feete keenitti. Raayaana Azeboo lafa Oromo Tigray keenani keenya lafti akka dhadhaatti baaqa turee bulle tti xinaata . Amma WAAYYAANEEN aangoo gubba jirtutti eeguun gowwummaadha. Ilmoon bineensaa bineenisummaa. Nutti sanyii gara guutaan uudu keessa dhitaan mitti . Nutti fuggaa mitti nutti garbaa mitti nutti raatu mitti . Nutti sanyii cuunfaa dammatti . Seera namni akka Oromo kabaaju hin jiru yoo wani fe'ee ta'ee Waayyaaneen kani akka okkootee raafu danfituu nuu bullichaa ree ? Amma yoomitti harkan ookkoo (opdo) qabataan nuu bullchuu .Waayyaaneen kani waggaa 22 kani turtee dhissi halkan tokko kani turu irraa jiru mitti.kanaafuu ulee bofaan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu . yaa ijoollee Oromo otoo hundeen diina lafa keessa gaddi hin fagaattin buqiisuu nura jira malee kuni dhaala fi dhaalotaa har'a borru iftaan hin toluu. Ormaa tti garagaalii haloofkaadhu firra tti gargaalii liqiimssi . Akka ormii hin argnee akka tti haloofkaatu malee liqiimssituu. Nutti saa'a mitti kani hookisaan heelmaan. Ummata Oromo kiyoo diina keessa baassu nurra jira malee rafuun nurra hin jiru . Ummatin Oromo waani itti ka'ee fu . Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMMACHAA(BUBBLES) HARKANI QABACHAA JIRU . Diina OROMO ya'ii bookee taassifnaa .Oromon haa bilisomuu
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Tuqaa(spy,gurra hotuu, salaayi)
ReplyDeleteTuqaani akka malee gadheedha maaliffi Yoo Jeenee ? Sirnii Waayyaanee kani waggaa 22 ture fi isaa Tuqaa baay'ee biyyatti Galakisee fi. Yerroo amma Inna Waayyaanee rakkoon kookee qaqaabee harkan hoomachaa qabaataa akka wani isaa baassu kanaafuu Tuqaa baay'ee ummata Oromo wallakaatti waan gadhiisaan fi sodaa otoo hin taanee ofi eegu nurra jira .wanti tuqaan gadhee ta'ee maalifi yoo jeenee ? waan inni hojaate ( lafa qotee) argu yoo ta'ee malee yerroo qotuu arguun rakkiisaadha jeechan tuqaan eedoo tti biyoo oli tuqee yoo barbaade achiitti hin argtuu waan lafa jalaa deemuuf . warri spy Waayyaanee kana sii arguun baay'ee rakkiisaadha isaa dhooksaan hojaatan fuu . kani ilma Oromo tti gammee spy ( tuqaa) waan lafa jalaa akka tuqaa deemaan harka wayyaa jalaatiin Oromo ajjeessa jiru kanaafuu
Qorichii Tuqaa 1) ulee qaldhaa
2) muka jaanxilaa siibila tokko
3)shookoonataa
4) ifaatee
5) fooyaa qaloo (rope)
Kana shanani harka dhabu nurra hin jiru. Kuni shanan walti kiyoo Tuqaa ta'uu. Kanaafuu kana shanan harka hin dhabnuu . Yoo tuqaa kiyoon qabnee. Qoondaalla Waayyaanee qabuuni nu rakkissu . Ijoollee keenya hin jabaana diini akka huurii daftee haa badu .Oromon haa
DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI
ReplyDeleteDhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu .
Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani .
Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU .
SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA .
FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI .
MAALI FI YOO JENEE ?
AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE
ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE
ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE .
MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU .
FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE.
MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA.
Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani .
Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU
Ulee bofan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu Ijoollee Oromo ka'u nurra jira , maali fi yoo jeenee ? Ijoolleeni kani haati gabaa deemtee fi , kani haati duutee qiixee bowwu . Democracy duwwa otoo hin taanee , lafa Oromo nurra fudhatee . yoo amma borutti eegnee lafa Oromo qurxii dha hin arginuu . Waayyaaneen amma sanqaalaa ciirfaatee nurra kaka dha hin deebituu . holii murrteeo gaddi murrtee warra feete keenitti. Raayaana Azeboo lafa Oromo Tigray keenani keenya lafti akka dhadhaatti baaqa turee bulle tti xinaata . Amma WAAYYAANEEN aangoo gubba jirtutti eeguun gowwummaadha. Ilmoon bineensaa bineenisummaa. Nutti sanyii gara guutaan uudu keessa dhitaan mitti . Nutti fuggaa mitti nutti garbaa mitti nutti raatu mitti . Nutti sanyii cuunfaa dammatti . Seera namni akka Oromo kabaaju hin jiru yoo wani fe'ee ta'ee Waayyaaneen kani akka okkootee raafu danfituu nuu bullichaa ree ? Amma yoomitti harkan ookkoo (opdo) qabataan nuu bullchuu .Waayyaaneen kani waggaa 22 kani turtee dhissi halkan tokko kani turu irraa jiru mitti.kanaafuu ulee bofaan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu . yaa ijoollee Oromo otoo hundeen diina lafa keessa gaddi hin fagaattin buqiisuu nura jira malee kuni dhaala fi dhaalotaa har'a borru iftaan hin toluu. Ormaa tti garagaalii haloofkaadhu firra tti gargaalii liqiimssi . Akka ormii hin argnee akka tti haloofkaatu malee liqiimssituu. Nutti saa'a mitti kani hookisaan heelmaan. Ummata Oromo kiyoo diina keessa baassu nurra jira malee rafuun nurra hin jiru . Ummatin Oromo waani itti ka'ee fu . Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMMACHAA(BUBBLES) HARKANI QABACHAA JIRU . Diina OROMO ya'ii bookee taassifnaa .Oromon haa bilisomuu
ReplyDeleteDhiirsaa fi nitti tuu ilmoo hin qabani turee kanaafuu mucaa Ormaa gudisaan . turaan bullan ilmaa kani ofi deessi . yerroo kana warri ollaa ilmaa guddifataattin foonaa keessanitti ejersi margee idoo kee bari yaa ilmaa guddifataa jedhan .
ReplyDeleteNuttis durii rakkoo jeenee Afaan Ormaa( Amharic) itti gargaraamnee . Kuni afaan keenya dhiiba , guddina afaan keenya irraa tti rakkoo fida . beekuun kani nurra jiru wani ofi tti quulla ka'uu . Amma yoomitti namaa garra gawwutti ofi garra anqaana . Kanaafuu Afaan Ormaattin foonaa keenya tti ejersi margee gali warra keeti jechuu nurra jira .Firri hin dhaalata malee hin bittan Ormii firra hin ta'uu . saa'a abbaan gaafa cabsee Ormii ija jaamisaa
QOREEN QOREE BAASUU
ReplyDeleteWanti akka warrabeessa sodaatu hin jiru , huumna qaba , onnee hin qabuu .haa ta'uu malee yoo idoo warrabeessi jiraatu yoo leenci dhufee irraa fudhaachuu yaadee , warrabeessi leenca hin sodaatuu lafa ofi irraa tti loollee du' aa malee . Nuti maali taanee maa lafa keenya OROMIYAA irraatti hin loollee ? onnee keenya ,onnee warrabeessa tti gaddi moo ? maali taanee? warrabeessi sodaatuuni lee, kani hundaa caalaa goota ta'ee leencan loolla . Yookani Oromo Diina hinjjiifaatee ofii nageenyaan bullchiitti. yookani diina , akka garbaa itti bullchaa Oromo . kani caaluu filaanaa dha. nutti ofi bullchuu hin dandeenyuu maa ormaa jalaa jiraana , yoomi ofi beekna ? otoo beeka meeqaa qabnuu , walaallan ormaa nuu bullchaa ?
Yerroo amma Waayyaaneen akka warrabeessa hadaamoo irraatti maadayee wani ta'ee fi ofi eguu nuraa jira . warrabeessi hadaamoo irraatti maadayee akka du'uu wani beekuu fi amma ajjeessan tti namaa nyaataa . yerroo amma Waayyaanee akka warrabeessa hadaamoo irraatti maadayee tti amma du'uu tti namaa nyaataa kanaafuu ofi eeguudha .
OTOO TOLE AKKA ABBA KOOTI NAA KUUKkUUTAA JETTE NAADAAYYNI(QOOMAAXAA) . OTOO TOLE IJOOLLEE OROMO TOKKO TA'AA .
ARBA BARRA CAWEE (seasonal diseases of elephant) FUDHEE HADAAMSSU . ARBI DHIBEE CAWWEE JEDHAAN QABA , INNA ARBI DHIBEE KANAN LAAFEE HADAAMSSU ,AKKA LAYOOTI ARBA AJJEESSU DHA .maali fi yoo jeenee yerrooni Waayyaanee rukkuutaan amma . ummani hundii wani Waayyaanee baleessu ka'e fuu . WAAYYAANEENI AMMA ,AKKA ARBA CAWWEE FUDHEETTI .
AKKA QOREENI QOREE BAASUU JEDHAAN ,YOO OPDONI UMMATA OROMO BUKEE DHABAATEE AKKA LAYOOTI WAAYYAANEE KUFSUUN HIN dandeenyaa. gara ofi moo firra caalaa ? kani caaluu fi Opdon haa fillaatuu.
ORMAATI GARRAGAALI HALOOFKAADHU FIRRATTI GARAAGGAAL LIQIIMISSI.
Diini Oromo hoofaa dhagaatti bu'ee haa taatu. Oromon haa bilisoommuu
Kani ati kokolfaa nyaatu anna heerbaata
ReplyDeletenamtchaa tuu kajeele heerbaata namaa nyaata . saana bodee mana ofi tti gallee heerbaata ofii sii hin nyaata . gaafi tokko abban heerbaatn jalaa nyaatamee haaree akkana jedhee .kani ATI KOKOLFAA NYAATUU ANNA HERBAATA JEDHEE. akkuma kana waayyaaneeni lafa Oromo biyya addunya tti kani gurguurtuu kuni . boru fi iftaan dhaali oromo lafa bira hin qabu gara deemu hin jiru assii kani jiratu . kani Tigreeni kokolfaa nyaatuu kuni Opdo wajjiin Oromo heerbaata.
Warri kana gubbaa liiqaa bayyee ofi irra qabani lee lafa biyyaa saanii SQUARE METRE TOKKO HIN GURGUURREE fakkeenya Greec Portugal Italy Espain Etc. .Ummani liiqaa ofi irraa qaban namn saanii jireenyaa akka DAMMA MII'UU jirataanitti .
Kani waayyaanee budget of 2014 8 billion dollars umman miliyooni 80 . Kuni jireeny otoo hin taanee kani du'ee oli kani jiru gaddi . seeraa bosonaattin jiratuu ( seeraa Waayyaanee fi Opdo )
wanti Waayyaaneen lafa gurguurrtuufi dhiimaa ummatati otoo hin taanee.
Lafa yerroo gurguurrtuu off shore tti horii baay'ee argatii
Waayyaaneeni yerroo angoo irra gonbifaamitee warri lafa keenya bittan nuu rakkissun waan afuu mitti .Abjuu sodaa hirbaa hin dhisaan malee .Waayyaaneeni yerroo hundaa hiidhaa hiituu furrgaassa hin qabu .
gaaftokko bullmaan Waayyaaneeni aangoo irra bulltuu rakkoo ummata Oromo
GEOMETRICAL PROGRESSION baaysaa .
Re'ee inna warraabeessi nyaatu , kani haalaalla guurtii
Bara 1991 yerroo Waayyaaneeni aangoo hurrufaa argatee . Otoo namni keenya wajjiin akka namaa tokkotti ka'e loollee qaata bilisoomnee turee . hatuu mana keenya keessa qaata harnee turee . namaa garra gawwuti ofi garra hanqaatuu akka jedhan Nutti sirnaa democracy Waayyaaneen nu hijaartti jeenee otoo eegnuu waggaani 22 ta'ee .Democracy hijaarru dhiisitti jiru Oromo saamu ilma Oromo ajjeessu ,mana hidhaati gaddii darbaachuu hojaa keessa har'uu . Oromon jireenya garbumma tti akka buiiu tasissaan . Yerroo Waayyaanee fi ergamtuuni diina ijoollee keenya fi namaa keenya rukkuutan wali irraati dhiissun nurra hin jiru .Wali irraatti diina gobu nurra jira . Wajjiini kaanee huumnaa ofi itti hagaarsissu barbaachissa malee yoo inna tokko miidhaani yoo teenye ilaallee , akka warraabessa fi re'ee nuu jalaa hin taanee
Tukkaan waggaa 22 dhiiga keenya xuxxuu qoorchaani baleessina malee walirraatti ilaallun hin barbaachissu .
miidhan keessa gayyoo
Namaa keessa Opdo fi Waayyaaneen
haa badan
SONBAA FI SII AADUU BARBAADUU ?
ReplyDeleteHARKAN KUKUTAAN NYAATUU.
Ammami geessi yoo tolee
Amma nyaachaa maarqaatti
Amma kaassa garbaatti
Amma yabbi sonbootti
Amma nyaachaa sonbaa tti.
Waayyaaneen biyya guddissu irraa yerroo hundaa meeshaa bittu eenyuu warranuu akka qophawwu hin beekammu ? meeshaa bara baran bitta jirti.
Maali fi bara baran Waayyaaneeni qarshii baay'ee dhan meeshaa bitti yoo jeenee ? Meeshaa isaa bittee tullan kanani ummata Oromo sodaachiisee jiru saame garbummaa jalaatti yerroo baay'ee bullchuu fi . haa ta'uu malee ,duruu akka beekaamu ULEEN DABOORRO GUDDICHAA ITTIN NAMAA DOORSISSUUDHA .
Waayyaaneen halkan guyyaa meeshaa amma funyaanitti yoo hidhaatee sii IJOOLLEENI OROMO AKKANA JETTI SONBAA FI SII AADUU BARBAADUU ? HARKAN KUKUTAN NYAATUU MALEE . meeshan akka tullu tullaamee kuni horii keenyan bittamee keenyumma ta'aa .
Diini yaa'ii bookee haa taatuu . Tokkummaan huumnaa Akka namaa tokko taanee kaanee diina hinjjifaana hin moona
TIQUURI SEWU
ReplyDeleteWarri sirba kana sirbani bayyee dogoggooraa jiru . maali fi yoo jeenee ? namni tokko kani ittni waamamuu bifa ofittni otoo hin taanee maqaa ofittni .namni tokko yerroo dhaalatuu
1)maqaa
2)lammi
3)biyyaa qabaachuu tuu irraa jira.
namaa wani saddaan kana otoo qabu bifaan waamuun seeraa mitti. maali fi yoo jeenee ?Namaa tokyo kani waammaan , yookaan maqaan yookan lammini yookaan biyyaan malee bifaan hin waamaan
Oromoni horii ofi jaalala gudina bifani hin waamu maqaa bassa fi malee fakkeenya fi TOLLA WAAQI , AKKA WAAQI jedhee tti horii ofi waama .Jarrii isaani kuni TIQUURI SEWU kani walni jedhani , horii Oromo tti gaddi tti ofi lakaa'ani jechaadha . Biyyaa feete yoo deemte namaa tokko kani waamani YOOKANI MAQAANI , YOOKANI LAMMINI , YOOKANI BIYYANI malee namni horii mitti kani BIFAAN IDENTIFY godhaan.
Jarri warri TIQUURI SEWU jedhani siirba , siirbani akka looni tti ofi ilaalluu jechaadha kanaafuu bifaan wali waammu .OOLAA GURRAATTI , OOLAA ADDII , SANGAA GURRAACHAA , SA'AA MAGAALA, HARREE DALAATII , FARDA BOORRA , RE'EE ADDII , RE'EE GURRAATTI , jedhani waamu wani maqaa hin qabnee fi .
JARRII ISAANI HAR'A TIQUURI SEWU JEDHANI AKKA HORII WALI WAAMANI KUNI . ISAANI DHUGUUMA HORII DHA MAALI FI YOO JEENEE , JARRII KUNI KANI DUBARTI OROMO HARMA MURRAAN , OROMO BAYYEE KANI AJJEESANI , KANI KANA HOJAATUU YOO HORII TA'EE MALEE NAMNI SAMMU QABU AKKANA HIN GODHUU .
hojaa hojaatani beeku akka horii bifani wali waamu .
Warrii TIQUURI SEWU ofini jedhani kuni dhiigaa Oromo bayyee dhaanggaalaasani dubartii Oromo harma murraan , sana tuu har'a isani rateesse horni ofi qixeesani bifaan wali waamu .
otoo maqaa qabanu , otoo lammi qabanu( dubbni eeshi gabaabba wani ta'ee fi abba himatee tti , akkaakayyuu irraa tti dogoggoortti) Biyyaa qabnu (biyyii lafa malee eessa dhufa lafti lafa Oromo tti , lafa Oromo hatee tti keenya jetti malee eessa fidaan )
Warri TIQUURI Sewu jette siirbittu kuni sammu ni eeshi , dhuguuma akka horii tti yaadi kanaafuu bifani wali footi ,siirbuu otoo hin taanee gumma namaa ajjeesan bassu tuu irraa jira turee ,kanaafuu akka gumma wara ajjeessani hin baafnee fi horii tti ofi akeekani, horiini yoomu taanan GUMMA hin baassu.
Geerarsaa
Nooruu kaa nooruu nooruu
yaa abbaa Jiifaari nooruu
Nuguusaa Oromo nooruu
Minilik fi anuu hin ooruu
Nooruu kaa nooruu nooruu
Yaa IYAASUU Koo nooruu
Tafaari fi anuu hin ooruu
Nooruu kaa nooruu nooruu
Yaa Warqiituu koo nooruu
Taayituu fi anuu hin ooruu
Nooruu kaa nooruu nooruu
Yaa Taadee Birru nooruu
Goobanaa fi anuu hin ooruu
Nooruu kaa nooruu nooruu
yaa sabaa Oromo nooruu
Waayyaanee fi anuu ooruu
baalaagee fi anuu ooruu
baalaageeni akka kooti
maali uuddu eeshi naa gooti
Bishaani Baaroo dindiilaa gaafa guutu hin beekani
naafsini goota bliqa gaafa dutuu hin beekani
irraa gaddee tokoosee jajaaba seene lataa
Mirgaa malee fokooreeni tajaaba seene lataa
eedaa dhalaadhee hin teenye
lafa gara koo hin geenye
jiduu kana qurquurra
akka massi gurguurra
otoo akka gara kooti
Oromiyaani biyyaa kooti
Magaali Finfinneeni kooti
Sabni Oromo mooti
Waayyaaneeni maali naa gooti
Opdoni Maali naa gooti
Baalaageeni akka kooti
Oromon hin moo'a . diini yaa'ii bookee haa taatu
Amma Finfinnee fi nannoo Finfinnee kani keenya jeedhan . Raayaa fi Azabbooni keenya jeedhan . yoo akkanatti itti fufaan lafa oromo harka wayaa jalaattin yoo murran fudhataan .kani Oromo hafuu laftti
ReplyDeleteOROMIYAA = KAMISEE .
OLI DEEME GADDI DEEME FAANI WALITTI MEQAA JEENANI ? EESHII CIQCIIQIDHAA LAFA GEESE DHUFTEE HIMI. (KOOTEE FARDA LAKOOFSSI HIN FIXUU (infinitive)
Maali fi wari tokko tokko yerroo amma maa Itoophiyaa jedhani boowuu YOO jenee maqaa Itoophiyaa ttini , kara lafa jalaatni LAFA OROMO AKKA BARANI MURANI, MURANI FUDHACHUUFI , AKKA wello hojaatani . Kamisse duwwa tuu hafee Oromoni otoo teenyee waaqayyoo kadhaanuu lafa hundaa nura fudhaatuu(ijoo baleessu)
FAKKEENYA FI GOJJAM KEESSA , WELLO KEESSA HIDOO DURII OROMONI JIRATANI AMMA HAR'a tti lafti maqaa Oromottni wammamma jiru , kuni KANI ibsuu wani tokko , Amaaraani bal'aa ta'aa Deemu . Oromoni xinachaa deema . hijaarani Itoophiyaa kanani dhuumma.wari Itoophiyaa hijaaruu deemnuu GALCHOONI OROMO AKKA MOOGA TA'EE BEEKU NURA JIRA . OROMONI LAFA MALEE HAFTI.
KANI wari Itoophist jeedhamani kuni hundaa caalaa hiyyaa jiru lafa Oromo KANI mii'eefatan. IJOOLLEENI Oromo wari Itoophiyaa jedhaani , rakkoo Sabaa Oromo tti dhufuu beekuttu irraa jira .YOO Oromoni lafa malee AKKA hafani YOO barbaanee , Itoophiyaa jabeesinee hijaaruu.YOO Oromiyaani AKKA jabaatu fi jiraatu yaadnee, Itoophiyaa hijaaruu dhissu.
Maali fi wello biyyaa Oromo keessa Kamisse duwwaani hafee?
YOO akkanatti itti fufee ,boru fi iftaan
Kamisse Wello
Kamisse Shewa
Kamisse Welega
Kamisse kefa
Kamisse Arsii
Kamisse Baalee
Kamisse Ilu Abbaboor
Kamisse Harerge etc.
Itoophiyaa KANI beeknu ,AKKA DHADHAANI fira fakkaatee wayaa baleessu . Jabeenyii Itoophiyaa Sabaa Oromo tti baddi dha . Itoophiyaani eenyuu AKKA hijaaramee beekammaa dha . Itoophiyaani kuni gubbani isaa damma keessi isaa adhaa irraa tolfaamee . Hawwi keenya biyyaa ofi gudisuu Oromiyaa ,wani ofi tti qullaa ka'uu. jarri turani hidaa Oromoni godaantuudha, biyyaa bira gara Madageskar dhufaani lafati sii biyyii keenya JEENANI . kana bodee maali isaani wajjiini Hassa DANDEENYA . Maali fi jarra kana wajjiini Siirba BIFA siirbna . ISAANI AKKANATTI AKKAAKAYYUU FI AKKOO KEESSANI AJJEEFNEE DHAADATANI SIIRBUU, NUTTI MOO YOO LAFEE BASSU BANEE LEE , WAJJIINI AFAAN KEENYA BANEE SIIRBUUNI NURA HIN JIRU . NAMAA AMMA EESHI ARGANI JECHAA EESHI HIN HILAANI. SIIRB KUNI ILAMA OROMO FUULAA ISAATTI CIIRQFAACHUUDHA . KANI KEENYA MOO DEEBNI MAALI TA'UU IRRAA JIRA ? Dhugaani KEENYA nuttu MOO'a . diini Oromo hiddi fardi irraa hijaatee haa taatu Opdon maa calii jette yerroo lafa Oromo(Raayaana qoobbo) isaa Wello keessa Waayyaaneen fudhaatuu . Manii abbaa keeti yoo saamaamuu wajjiin saamii jedhaan fidee . jajuu Opdo lafa Oromo tti Tigreen loolliitti moo . lafa abbaa hin qabnee ittni firraa bittatti . Yoo waaqayyo jeedhe millaana guuddi hojaachuun wani haafu mitti . dhugaan hin badin hin moona
KAJEELTUNI LAMMANI WALI HIN JAALATUU
ReplyDeleteIN the history of man life , Oromoni yoomuu tanani aangoo qabatee hin beeku. kuni ilma Oromo tti huulfnaa moo saalphnaa? Warri semi kuni durii calqaabee amma har'a gawwuu tti hidhani isaani fuurgaassa hin qabu kunoo Oromoni kana rakkaatee . jarri kuni lubbu namaa akka lubbu titiisa tti ilaalluu . lubbu ofi akka malee jaalatuu, fakkeenya fi yerroo Dargii , durbii Gojjam akka obboleessi adda warrana demee hin dunee jette ija obboleessa jammsitti turee . ija tokko jamme akka qee tti hafuu gooti turee . kani Oromoni yoomu aangoo tti dhufu dadhabee fi ollaa garii qaba(semitic), isaanumma tuu irratti wali loolla malee , Oromo itti hin siiksaani.
kanaafuu Oromoni akka jedhuu , namaa nyaachaa jaalatuu , budeena dhiisuu, namaa dubii jaalatuu , dubii dhiisuu jedhaa .isaa warri semitic aangoo jaalatuu fi , aangoo dhiisse fi .
Oromoni aangoo dhiisse fi jenani isaani wali nyaachuu calqaabani .
Kanaafuu KAJEELTUNI LAMMANI WALI HIN JAALATUU jedhaa Oromoni, maali fi yoo jenee? kani warri semitic kuni kajeelani lafa OROMO fi aangoo OROMO tti . kajeeltuni (SIDAAMAA FI TIGREE DhA) .
YOO SIDAAMNI TIGREE HARITEE , qooda TIgree ,SIdaamaa fudhataa jechaa dha . Yoo Tigreeni Sidaamaa haritee , qooda Sidaamaa sana Tigree fudhataa jechaadha . Kani jarri kuni irratti wali loollani , lafa Oromo fi Aangoo Oromo irratti .
kanaafuu kajeeltuni lammani wali hin jaalatuu jedhaa Oromoni.
kani semitic kuni irratti wali loollani , lafa Oromo fi aangoo Oromo irratti .
kajeeltuni yoomuu tanani wali hin jaalatuu kakaadha .
Dhugaani keenya hin moona , diini iddii fard irraa hijaatee haa taatu
HUBAATAN YOO ILAALLAAN SHUMBURAAN FUNYAAN QABDI
ReplyDeleteDurii Walloo lafa Oromo turee. Har'a warada tokko tuu hafee. Laftii Oromo akka soogida bulle xinataa. Lafa abbaa hin qabnee ta'ee . Warri Ollaa keenya lafa Oromo isaa gabataa kana gojjooma'aan taka maqaa geedaruu akka fudhaanan itti tolu .
Kani har'a warri Amaaraa Oromo boo'an jaalala otoo hin taanee. Lafa eeshii harka Oromotti haftee harka ofitti galfaachuu fi . taka safaraa taka investor jedhaan .lafa Oromo harka murran fixuu akka kana dura .Amma lafa MATAKAL edoo jedhammu yoo fudhaane Matakal guddinii isaa Gojjaam hundaa caalaa . lafa Matakal lafa Oromo gubba tti wali nyaacha jiru . kajeelituun lammaan wali hin jaalatuu . Waayyaaneen warra sidaamaa harri'u barbaadii qooda sidaamaa fudhaachuudha . lafti lafa Oromotti haa ta'uu malee taka safaara jedhaan namaa itti gurran . Amma MATAKALI kani eenyuu AKKA ta'ee hin beekamu. Oli deemaan gaddi deemaan ijoo baleessu . Harka murraan fixuu.
Lafa Oromo Waayaaneen halkan guyyaa sooreessa biyya haalatti gatti bayyeetti gurguurrachaa jiru maqaa investment kanan saamu . Nutti dhagaa Finfinne jiru otoo dhabaanee ilaalluu boruu fi iftaan tuujjarra Tokkotti gurguurran deemu .
Yoo dhugaa dubbachuu barbaachiisse wanti hundii saani kani ITOOPHIYAA boo'aanifi tokko yoo jiratee LAFA OROMO ittin qabaatan rakkoo itti oluufi malee tokkummaa isaa Dhugaa dhaabu fi mitti .
Yaa ijoollee keenya , namaa itti himuu malee itti hin hiidhan . haa jabaanu lafeen nama irraa jirti malee lafa irraa hin jirtu. lafee baassu nura jira . ilma lafee baassuuf foon lafee qabu laatu . HUBAATAN YOO ILAALLAAN SHUMBURAAN FUNYAAN QABDI. qabsoon Oromo itti fufa, diini hin kufa. miidhan keessa gayyoo, namaa keessa Opdo haa badu
Gatirra zaafi jalaatti margee
ReplyDeleteGatirran Afaan Oromo zaafin Afaan Ormaa (Amharic) . gatirran zaafi jalaati margee yoomuu yoo ta'ee hin guddatuu . wani jireenya barbaachisuu tokko hin argatuu .kani akka bifftuu , qileensaa hin argatuu . coopha zaafi tuu ruuri godhee guddinaa dhoowwa simultaneously zaafin wani jireenya barbaachiisuu hundaa argata kanaafuu akka guddaateetti itti fufaa non _ stop. namaa sii dhiibuu bukee hin teessu yookani ofi bira kaaftaa yookani bira kaata malee wajjiin hin teessu . wali bukee qabnee tti afaan keenya guddifnaa warri jetaan hin dogogoortuu . Afaan Ormaa afaan keenya maasaanuudha . guddinaa afaan keenyaa irratti gaddi qaba hojaata . Afaan keenya rubber dha . kana beekne akka afaan keenya tti gargaarramnee guddifnuu . kani darbee hin darbaatan. Dhugaan keenya hin moona .
MAALI WANTI HUNDA CAALAA FOKKISSAN ?
ReplyDeleteNamni gaafa dhaalatee du'ee jeechan dutti hin hafu . Kunoo waggaa 22 keessatti Waayyaaneen Oromo meeqa akka ajjeefitee lakoofssi hin fixuu . hata'uu malee qabsoon ummata Oromo guyya guyyan jabaacha deema malee laafee hin beeku funduuratti sii yoo ta'ee hin laafuu . qabsoo irraa tti sabon tokko yoo oogdii lolaa irraa kufee warri hafee yaada isaa fixaan baassu jeedhanitti qabsoo itti fufuu malee yaadin Sabona isaa wajjiin kufee hin hafuu. Waayyaaneen Oromo ajjeessun qabsoo ummata Oromo dhaabu hin dandeessu . ajjeechan Oromottin yaada ofi fixaan hin baaftuu jeechan qabsoo ummata Oromo dhamssu hin dandeessu . ittu bulle turee jabaacha itti fufa malee . waan fokkissan maali yoo jeenee ?
Isaa Oromon hawwu hawwii isaa , isaa wajjiin gaafa ajjeeftee fokkisaadha. kuni yoomu hin ta'uu . physically nama ajjeeftti malee isaa namni yaadu Bilisummaa Oromo nama keessatti ajjeessun baay'ee rakkissadha . Diini nama ajjeessa malee isaa namni yaadu(bilisumma Oromo) nama keessatti ajjeessu hin danda'uu .isaa du'ee irraa isaa jiruu tti darbaa. diini ofaa dhagaa tti bu'ee ha ta'uu .Oromon haa bilisommuu
Sanynii wani faccaassani biqiltii
ReplyDeleteGarbuu faccaafitee qamadii hin marguu garbuu malee
sanyii qoomaaxaa fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii budda sii fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii gowwa hin fuudhin abba toorbaa keessa hin baatu .
wanti dhaalatee hundii gowwa taati kunoo akka Opdo saba ofii jira hawaaltee diina guddftti . generation akka jiru ti fool ta'aa . oolaa taati qubaa afaan keessu sii cinintuu goroorru malee .akka Opdo taati jechaadha .
Waayyaanee fi Opdo maali fi namaa hin sodaanee yoo jeenee ?
1) jireenyii qarru keessa akka damma itti mii' ee
2) Wani kanani dura hojataani wani beekani fi akka yaraati aangoo hin galaakissan
kara biramoo akkumma Waayyaanee fi Opdo isaani namaa sodaatan namni bira sii wani isaani sodaatuu silla itti fakkaatu fi
namaa hin sodaatuu malee , gootuumma fi mitti . kanaafuu yaa Ijoollee Oromo Waayyaanee fi ergamtuu diina(Opdo) hin gobnaa malee hin sodaanu .
lafti Oromo kani diini itti hawaalaammu malee kani irra jiratu mitti .
Oromon haa bilisomuu . diini iddi fardi irraa hijaatee haa taatu
Geerarsaa
ReplyDeleteHuurrufaa Buhee Kooru daljjeessa namaaraaree
Dinkii Malee kofaalu Qammalee namaaraaree
Gangaalatee Tokoossu sabona namaaraaree
Miciiramee qolaachuu Qeerroo too namaaraaree
Gara bari koorsuu weenni too namaaraaree
Gooljii nuugii baaleessa
Koolfii dubii baaleessa
Jechii Opdo quuftee
Jechii Waayyaanee quuftee
Biyya namaa baleessa
Tullu namaa qaarrsissa
kuyyuu namaa dhansissa
Muulllu namaa nyaachissa
Rakoo Namaa bayiissa
Saree namaa tasissa
Biyya namaa fageessa
Huudu namaa dhabsissa(du'aa)
Harkan wayee sanyoo tuu nama dhanaa jette dubaarttin
ReplyDeleteMaali fi yoo jeene dhirsaa mitti furrmaa hin qabu , qalbbi yaruu eeshii tummee jechaadha .kanaafuu harkan wayee sanyoo nama dhanaa jedhu dubaarttin . qalbbi yaruu fi tummee jechaadha .
Amma fakkeenya fi yooni kara gubba tti nagaade geeshoo yookani wara dhibee gogaa qabu yooni argee common language hin qabnuu . wanti ittin wali galu hin jiru . yoomu taanan warri geeshoo nagaadan sii warri dhibee gogaa qaban sii Afaan Oromo hin baraatan yoo beeknelee nuttis Afaan Ormaattin dubbin nura hin jiru .Akka seeraa yo ta'ee lafa Oromo gubba yoo jiratee AFAAN OROMO BARRUU NAMA IRRAA JIRA MALEE . Oromo Afaan jarra kana barrun irraa hin jiru . Oromon Afaan jarrattin dubbatetti rakkoo ofitti fidee akka bosonuu adamsaan ajjeessa jiru . akka harkan wayee sanyoo nama dhanaa hin taanee Afaan keenyan ha dubbanu Afaan Ormaa ha ganuu . geeshoo nagaadeen ha kasaartuu eeshiin dhibee gogaa qabdu itti ha jabaatu . Oromon ha bilisommuu Afaan Oromo ha laalisuu
CIQLEE GOWWAATTIN BOOL'A JAWWEE LIKAA'U
ReplyDeleteYerroo amma Waayyaaneeni akka maraatu taatee . waan akka afaan fi funyaani itti dhiyaatee fi . Waayyaaneen Oromiyaa keessatti Opdo akka ookko tti qabatee ummata keenya dhiiga bochiisaa jirtii . yoo kara seeraa deemnee namni Waayyaanee hin hordofnee shororkeesstu jedhaan tti manna hiidha tti darbaatu . Seeraa isaa jaala kani baassu rubber stamp parliament dha . Waayyaaneen seeraa jaala ,waan fokkissa kani hojjaacha jirtu harka opdo fi rubber stamp parliament ni . kuni dhugaadha moo dhugaa mitti kani jedhu gatee , Hawwiin Waayyaanee akkamitti yoon sobee guyya tokko oola ? kana yaadi malee waan dhugaa waan guddina biyya gatee . jiru ummata Oromo amma dandayaan saama jiru.
Kunii kani ibsuu akka Waayyaaneen kiyoo namaa qoopheesitee keessa ofi seena jirtii . yookani AKKA NAMAA BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU HOOMACHAA HARKANI QABAATA AKKA WAAN ISAA BAASSU .
Yoo Waayyaanee ilaalle namaa hundaani , biyyaa hundaani lolaa jirtii , Waayyaanee malee hundii ashaabaarii dha.
kiyoo namaa qoopheesitee , ofi seena jirtii .Bool'a namaa hin qottini, ofifi itti kuftaa .
Waayyaaneeni gaddiduu ofittni lola jirtii . warrani Waayyaanee , biyya keessa tti walakka warrana rakkoo gudda tuu jira . mataa dhibbaman lukka afuura hin galfaachiisuu .Waayyaaneeni yerroo amma kirii irraa deemtii .
namaa kana yoo hordoftee boodee galchooni qaalla dha .
Akka dandii daljjeessa bodeeni qaalla dha . Opdon maali jettetti Waayyaanee jette dutti . Ilmi Oromo lafa garii otoo qabnu maa diina jettan duttu .
hin argitaani Waayyaaneeni akka TITIISA eedoo argitee seentii, kanaafuu dhissatti ummata keessani bukee dhabaadha .
AKKA CIQLEE GOWWAATTINI BOOL'A JAWEE LIKAA'U . akka hin taanee .namaa itti himuu malee itti hidhaan . Namni yookani ofifi beeka , yookan kani namni itti himuu dhagaa'a. kani itti himaani hin dhaageenyee , kani ofi hin beeknee maali godhuu
Qabsoon itti fufa , amma galmma gawwuti.Oromon haa bilisommuu . diini oofa dhagaa tti bu'ee ha ta'uu .
NAMAA HIN LOLEEN DHEENFAA QORCHAA
ReplyDeleteWanti Oromo saba bira irraa wali hin fakkaanee, natti haa baduu natti haa hafuu
mee waaqa jeenee lafa jeenee bira darbnaa jedhaa , isaa kana warri eeshiini semitic jedhamtuu kuni , kana akka dadhabii itti ilaalluni Oromo mataa keessa reebaa turani har'a sii reebaa jiru . gaddi qaba isaani yoo obsee dadhaabuu biyyaa fagatee gara ARSI YOOKANI GARA BAALEE TTI GODAANAA TUREE.
Ani hin qotuu jedhee burreen
Ani hin qotuu lafa Sidaamaa
Ciqciiqii lafa Sidaamaa
yookan birri tti naa caleessii
yookani Baalee tti naqaajeelchii
Burree gudda gafaa dhedheeruu
Baalee tti galla naa durra beenuu
Akkanatti seena siirban biyyaa ba'uu turee. har'a moo rakkoon ummata hin baayatee malee hin xinanee. Amma TRADE MARK FOR SEMITICS THE SO CALLED ETHIOPIA jiru tti . kooraa ittini Oromo yaabatan Itoophiyaan .
Oromo fi darbaan soba maali fi yoo jedhee ? Hawaala Oromo gubba tti ijaaraamee Ethiopian kuni. Kani Ethiopia kana ijaaree warra semitic yoo ta'ee , kani ijaaraamee fi isaan fi malee Oromo fi mitti .
ETHIOPIAN OROMODHA KANI ABBAA AJJEESSE ILMA TTI DARBUU . Ethiopia jechani balbaalaa Oromo cuufaa malee jiru, kani abban argee seene namaa ajjeessu namaa saamu namaa hidhuu, isaa kana hojaatee kani hin gafaatamnee . otoo trade mark kuni jirachuu baatee har'a WAAYYAANEEN seeraa bosonaa baasse
akkanatti ijoollee Oromo lafa irraa hin dugugguu turee .
duran dursee Ethiopian kani dhabaatee fi lafa Oromo irraa fudhaachuudha .Oromo akka hafaa tti irraa deemudha dhabaatee malee dhimma Oromo fi mitti .
Warri Semitic kuni yoo lafa Oromo harka isaa nitti yoo baayee , jireenyii isaani gaafi jalaa tti waan kufuu fi halkan guyyaa qabsoo godhuu akka harka isaa nitti hin baanee (lafti Oromo).Kanaafuu namaa gurraachaa jedhani siirba sirbuu .AKKA MI'EEFAATAN MIIDHANI WARRA SODDAA LIQEEFAATA. AANGOO OROMO KENUU HIN BARBAADAN . AKKA WAAN OFI TTI QULLAA KA'uu jedhan. Trade mark (Ethiopia)isaan dhifnee OROMIYAA keenya jabaanee ijaaruu nura jira . kani warra semitic daandiini , daandii daljeessa tti , gonkii isaa QALLAADHA . DHUGAAN KEENYA HIN MOONA.
i think those he took is very very surprising words
DeleteSareen waxii dhugdee dubbi gadheen dhuftee .Opdon eeshiin harreen geeshoo nagaadeen , wari dhibee gogaa qaban Oromo jibuu kanaafuu badan eessan akka badu gochu nura jira . kuni kani umman keenya kani itti gargaarramu malee eedoo itti diini itti gargaaramee qabsoo tti gufuu ta'uu mitti .hatii Opdo deesse otoo maseentee dil'uun kuni hin dhaalatuu turee . Booti lukka bitta lamma kani wari geeshoo nagaadan akka harree itti fe'aan dadhaabe hin jeene . Opdon dhagaadha gaddi maali jeene dhagaan lee lafa irraa gadee yoo keesse achiitti sii hin eegu hin konkoolaata . kani gara malee gurra hin qabnee tortoorrtuu salphina Oromo . gara eeshii jeedhanitti kunoo waggaa 22 ba'aa itti fee'uu harreen dadhabee hin jettu . Opdon haramuu nuu keessa tti dhaalate maali godhu garuu dhaloota hin dhiqaatan . akaakkayyuu keenya tuu nama raatu tti kolfee ta'aa kanaafuu haraamu Opdon nu keessa tti dhaalate Ormaa meesha taate nuu warranitti . Oromon haa bilisomuu . diini iddi fardi irraa hijaatee ha taatu .
ReplyDeleteGeerarsaa
xixiixaa korra muka abbaan dhaabee hin jaalatu
Ilmaa xiixee guddaatee abbaan dhalchee hin jaalatu
Sii muruu ree yaa qooboo yaa qooboo afaan karra
sii fuuru ree yaa Oromo yaa Oromo afaan damma
caakaa Jibaati walaakkaa Birbirsaa gudda jira hiddaa tuu maarsee malee
Garra Qeerroo walaakkaa onnee dhirra tuu jira diina rakkiisee malee
lammataa qawwee hin bittu birri tokko taatulee
lammu Opdo hin hammanuu firra kankoo taatulee
Sabona hammantee hin dhabuu Majjoo Baqoo taatulee
gatirra muka siilki kani barritti oodeesituu
naa dhukkubee garran koo kani haarin bobeesituu
hidaa dhaaladhee hin teenyee
lafa garra koo hin geenyee
jiduu kana qurquurra
akka masii gurguurra
irraa gaddee tokkoosee jajabaa seene laata
mirgaa malee fookooreen tajabaa seene laata
mirgoo fagaatee badee daari Maaji too galle
Saboni achii dhaqa Opdon maali godha ree
ReplyDeleteAmerican Girls Pictures
Canadian Girls Pictures
korean Girls Pictures
Japnese Girls Pictures
New York Girls Pictures
Click Here==>>Cute GirLs Worls
hayyee
Delete